Fuula haaraa argitu"_Daraartuu Tulluu

avatar
· 閱讀量 604

"Fuula haaraa argitu"_Daraartuu Tulluu @FOLLOWME FCOIN 

Dr. #Ashabbir akka aangoo gadi hin dhiisne ifatti ibsatee jira. Kana hordofee #Daraartuu_Tulluu hoo maal jetti?

Dorgommii olompiikii #Paaris miilanaa hordofuun dhimmi #Atileetiksii Itoophiyaa kun ijoo dubbii ta'eera. 

Dr. Ashabbirri aangoo akka gadi hin dhiisne yoo ibsan, #Daraartuu_Tulluu ammoo, "Fuula haaraa argitu" jetti. Daraartuun ibsa isiitiin kunoo ji'a Oknkoleessaafi sadaasaa fuldura keenna jiru kanuma keessa fuula haara arguuf jiru jetteerti.

Akkasumas Dorgommii Olompiikii Paarisii miilanaa irratti qabxii biyyiifi atileetonni galmeessanitti uummanni waan gaddaniif uummatas dhiifamsa gaafattee jira.


風險提示:本文所述僅代表作者個人觀點,不代表 Followme 的官方立場。Followme 不對內容的準確性、完整性或可靠性作出任何保證,對於基於該內容所採取的任何行為,不承擔任何責任,除非另有書面明確說明。

喜歡的話,讚賞支持一下
回覆 0

暫無評論,立馬搶沙發

  • tradingContest